BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Amajjii 2017
Ittiin Lixa
Ittiin lixa Masaraa Eegumsaa fi waaʼee bara dhumaa dhugaa barsiisuuf gargaaru. Yaadawwan kana irratti hundaaʼiitii ittiin lixa mataa kee qopheeffadhu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Saba Isaa ni Kunuunsa
Yihowaan akkuma keessummeessaa arjaa taʼee nyaata hafuuraa baayʼinaan nuu qopheessa.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Mootiin Qajeelummaadhaaf ni Mo’a’
Yesuus, Mootichi jaarsolii tuuta hoolotaa kunuunsan ni qopheessa. Isaanis qajeelfamaa fi jajjabina hafuuraa kennuudhaan tuuticha kunuunsu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Hisqiyaas Amantii Qabaachuu Isaatiin Eebba Argateera
Asooronni Yihudoonni lola tokko malee akka harka kennan gochuuf yaalaniiru; garuu Yihowaan ergamaa tokko erguudhaan Yerusaalemiin oolcheera.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yaa Yihowaa, . . . Ani Sin Amanadha”
Yeroo gaarii taʼettis taʼe yeroo rakkinaatti Yihowaatti amanamuun keenya barbaachisaa dha. Hisqiyaas Yihowaatti akka amanamu kan argisiise akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Warra Dadhabaniif Humna ni Kenna
Akkaataan joobirri itti balaliʼu waaqeffannaa keenya irratti Waaqayyo humna akka nuuf kennu argisiisa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Kiristiyaanota Ariʼatamni Isaan Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa
Kiristiyaanota ariʼatamni irra gaʼaa jiru gargaaruuf kadhachuu kan dandeenyu akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Waaqa Raajii Dhugaa Dubbatu Dha
Yihowaan waggaa 200 dursuudhaan wanta Baabilon irratti raawwatamu karaa Isaayaas dursee dubbateera.