Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ittiin Lixa

Ittiin Lixa

MASARAA EEGUMSAA

Gaaffii: Namoonni tokko tokko Kitaabni Qulqulluun yeroon kan itti darbe dha jedhu, kaan immoo amma iyyuu faayidaa akka qabu amanu. Ati hoo maal sitti fakkaata?

Caqasa: 2Xi 3:16, 17

Barreeffamicha Kennuuf: Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun ogummaa fi yaadawwan dubbisa Kitaaba Qulqulluu keenya irraa argannu ilaalchisee fakkeenya kenna.

DHUGAA BARSIISAA

Gaaffii: Badiisni addunyaa dhihoo dha?

Caqasa: Mat 24:3, 7, 14

Dhugaa: Raajiin Kitaaba Qulqulluu bara dhumaa keessa jiraachaa akka jirru argisiisa. Yeroo gaariin dhufaa akka jiru beekuun garuu oduu gammachiisaa dha.

MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!

Barreeffamicha Kennuuf: Kanan dhufe kaffaltii malee Kitaaba Qulqulluu akka qoʼachiisnu sitti himuufi.

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun gaaffiiwwan guguddaa kaʼaniif Kitaaba Qulqulluu keessaa deebii argachuuf si gargaara.

Gaaffii: Kitaaba Qulqulluu dubbistee beektaa? Barumsawwan achi keessatti argaman hammam akka salphaa taʼan birooshura kana irraa sitti argisiisuu? [Barumsa 2ffaa irraa gaaffii 1ffaa irratti mariʼadhaa.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi