Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 16-22

ISAAYAAS 34-37

Amajjii 16-22
  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Hisqiyaas Amantii Qabaachuu Isaatiin Eebba Argateera”: (Daq. 10)

    • Isa 36:1, 4-10, 15, 18-20—Warri Asor Yihowaatti gaʼisaniiru, saba isaas doorsisaniiru (ip-1-AM 385-388 key. 7-14)

    • Isa 37:1, 2, 14-20—Hisqiyaas Yihowaatti amanameera (ip-1-AM 389-391 key. 15-17)

    • Isa 37:33-38—Yihowaan saba isaa oolchuuf tarkaanfii fudhateera (ip-1-AM 391-394 key. 18-22)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 35:8—“Karaa qulqullaaʼaa” kan jedhame maali dha? Namoonni achi irra deemuuf gaʼumsa qabaatan hoo eenyu faʼi? (w08 5/15 26 key. 4; 27 key. 1)

    • Isa 36:2, 3, 22—Shebnaan namoota adaba fudhataniif fakkeenya gaarii kan taʼu akkamitti? (w07-AM 1/15 9 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 36:1-12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Mat 24:3, 7, 14—Dhugaa Barsiisaa—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Xi 3:1-5—Dhugaa Barsiisaa—Kaardii Teessoo JW.ORG kenniif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 31-32 key. 11-12—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 51

  • Yaa Yihowaa, . . . Ani Sin Amandha”: (Daq. 15) Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. Viidiyoo gabaabaa viidiyoo “Yaa Yihowaa, . . . Ani Sin Amanadha” jedhamu irraa fudhatame taphachiisuudhaan jalqabi. (Viidiyoo jalaa kutaa OUR MEETINGS AND MINISTRY jedhu jalatti argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 23 key. 1-14

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa