Amajjii 30–Guraandhala 5
ISAAYAAS 43-46
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Waaqa Raajii Dhugaa Dubbatu Dha”: (Daq. 10)
Isa 44:26-28—Yihowaan Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii deebiʼanii akka ijaaraman, namni Baabiloniin injifatu maqaan isaa Qiiros akka jedhamu raajii dubbatee ture (ip-2-AM 71-72 key. 22-23)
Isa 45:1, 2—Yihowaan kufaatii Baabilon ilaalchisee tokko tokkoon ibsa kenneera (ip-2-AM 77-78 key. 4-6)
Isa 45:3-6—Yihowaan, Baabiloniin akka injifatuuf Qiirositti kan fayyadamu maaliif akka taʼe ibseera (ip-2-AM 79-80 key. 8-10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Isa 43:10-12—Israaʼelonni saba Yihowaaf dhugaa baʼu kan turan karaa kamiini? (w14 11/15 21-22 key. 14-16)
Isa 43:25—Sababii guddaan Yihowaan irra daddarbaa keenya itti haqu maali dha? (ip-2-AM 60 key. 24)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 46:1-13
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fg—Karaa al idilee taʼeen nama sii wajjin hojjetuuf ykn baratuuf dhugaa baʼi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) fg—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 4
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna?: (Daq. 15) Viidiyoo Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna? jedhu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa: Yommuu karaa alidilee, bakka namoonni baayʼatanittii fi manaa gara manaatti tajaajillutti viidiyoo kanatti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti? Viidiyoo kana ilaalchisee muuxannoo gaarii akkamii argattaniittu?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia Xumura key. 1-13
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 20 fi Kadhannaa