Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 1-7

MAATEWOS 1-3

Amajjii 1-7
  • Faarfannaa 14 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Mootummaan Samii Dhihaateera”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Maatewos jedhamu taphachiisi.]

    • Mat 3:1, 2—Yohaannis Cuuphaan Bulchaan Mootummaa samii gara fuulduraa yeroo dhihootti akka mulʼatu labseera (“lallabuu,” “Mootummaa,” “Mootummaa samii,” “dhihaateera” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 3:1, 2 )

    • Mat 3:4—Yohaannis Cuuphaan jireenya salphaa guutummaatti fedha Waaqayyoo raawwachuu irratti xiyyeeffate jiraateera (“Uffata Yohaannis Cuuphaa fi Bifa Isaa” “Awaanisa,” “Damma Bosonaa” nwtsty miidiyaa Mat 3:4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 1:3—Hidda dhalootaa Yesuus Maatewos galmeesse irratti isa kaan irraa haala adda taʼeen dubartoonni shan kan dabalaman maaliifi? (“Taamaar” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 1:3)

    • Mat 3:11—Cuuphaan guutummaatti bishaan keessa gad lixuu kan dabalatu taˈuu isaa akkamitti beekna? (“isin nan cuupha” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 3:11)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 1:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa BaʼuuViidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha erga taphachiistee booda, irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree Fakkeenya Taʼu ilaali.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 41-42 key. 6-7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 72

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsaan dhihaatu. Xalayaa gabaasa tajaajilaa waggaa waajjira damee irraa ergame ibsu erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo gaarii argatan dursii qopheessiitii gaafannoo godhiif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 16 key. 6-17

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa