Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 6-7

Hundumaa dura Mootummicha Barbaaduu Keessan Itti Fufaa

Hundumaa dura Mootummicha Barbaaduu Keessan Itti Fufaa

Yesuus kadhannaa akka fakkeenyaatti dhiheesse irratti dhimmoota kaayyoo Yihowaa fi Mootummichaa wajjin walqabataniif dursa kennuu akka qabnu ibseera.

6:9-13

  • Maqaa Waaqayyoo

    Mootummaa Waaqayyoo

    Fedhii Waaqayyoo

  • Nyaata guyyaa guyyaadhaan barbaachisu

    Dhiifama cubbuu

    Qorumsa irraa ooluu

Mootummichaa wajjin haala wal qabateen wantootan kadhachuu dandaʼu tokko tokko:

  • Hojiin lallabaa akka guddatuuf

  • Waaqayyo namoota ariʼataman hafuura qulqulluutiin akka isaan gargaaru

  • Waaqayyo pirojektoota hojii ijaarsaa tiʼookraasii ykn duulawwan lallabaa godhaman akka eebbisu

  • Waaqayyo namoota itti gaafatamummaa qabaniif ogummaa fi jabina akka kennu

  • Wantoota kan biraa