Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 22-28

MAATEWOS 8-9

Amajjii 22-28
  • Faarfannaa 17 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yesuus Namoota ni Jaallata Ture”: (Daq. 10)

    • Mat 8:1-3—Yesuus nama dhukkuba nadaayiitiin qabametti gara laafina adda taʼe argisiiseera (“isa qaqqabee,” “Nan fedha” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 8:3)

    • Mat 9:9-13—Yesuus namoota tuffataman ni jaallata ture (“maaddiitti dhihaate,” ‘namoota qaraxa sassaaban’ nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 9:10)

    • Mat 9:35-38—Yesuus jaalalli inni namootaaf qabu yeroo baayʼee dadhabee fi Waaqayyo hojjetoota dabalataa akka isaaf ergu kadhachuun yeroo isa barbaachisetti illee misiraachoo akka isaaniif lallabu isa kakaaseera (“isaaniif gadde” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 9:36)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 8:8-10—Maree Yesuus ajajaa waraanaa tokkoo wajjin godhe irraa maal barachuu dandeenya? (w02-AM 8/15 13 key. 16)

    • Mat 9:16, 17—Yesuus fakkeenyota kana lamaanitti fayyadamee maal ibseera? (jy 70 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 8:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Yaada maree fakkeenya taʼu irratti kennameen jalqabi. Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu; achiis barreeffama ittiin qoʼachiisnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 47 key. 18-19

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 145

  • ‘Waaqayyo Gooftaa fi Kiristoos Isa Godhe’—Kutaa 1 irraa fudhatame: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 9:18-25 erga dubbistee fi yaada viidiyoo sana irraa fudhatame erga ilaaltanii booda gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu:

    • Yesuus dubartii dhukkubsatte sanaa fi Yaayirosiif akka yaadu kan argisiise akkamitti?

    • Seenaan kun ilaalcha ati raajiiwwan wantoota bulchiinsa Mootummichaa jalatti dhufan ilaalchisee dubbatamaniif qabdu irratti jijjiirama kan fidan akkamitti?

    • Fakkeenya Yesuus jaalala argisiisuudhaan nuuf taʼe, karaawwan itti hordofuu dandeenyu tokko tokko kamfaʼi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 17 key. 10-18

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 97 fi Kadhannaa