Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 10-11

Yesuus Akka Boqonnu Nu Afeereera

Yesuus Akka Boqonnu Nu Afeereera

11:28-30

“Waanjoon koo nama hin quuqu”

Yesuus anaaxii waan tureef, hamma dandaʼametti hojiin karaa mijataa taʼeen akka hojjetamuuf tarii huccuu ykn gogaa itti maruudhaan waanjoo akkamitti akka hojjetu beeka ture. Yeroo cuuphamnee waanjoo barattoota Yesuus taʼuu fudhannetti, hojii ulfaataa fi itti gaafatamni nutti kennameera, taʼus, kana gochuun keenya boqonnaa fi eebba hedduu nuuf argamsiisa.

Erga waanjoo Yesuus baachuu jalqabdee kaasee eebbawwan akkamii argatteetta?