Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 8-14

MAATEWOS 4-5

Amajjii 8-14
  • Faarfannaa 82 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Barumsawwan Lallaba Gaaraa Yesuus Irraa Argaman”: (Daq. 10)

    • Mat 5:3—Gammachuun wantoota hafuuraa dheebochuudhaan argama (“Gammachuu,” ‘Warra wantoota hafuuraa dheebotan’ nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:3)

    • Mat 5:7—Gammachuun gara laafeyyii fi araara qabeeyyii taʼuudhaan argama (“gara laafeyyii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:7)

    • Mat 5:9—Gammachuun nagaa uumuudhaan argama (‘warra nagaa uuman’ nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 4:9—Seexanni Yesuus maal akka godhu isa qoruuf yaalee ture? (“siʼa tokko qofa kuftee yoo na waaqeffatte” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 4:9)

    • Mat 4:23—Yesuus sochiiwwan guguddaa lamaan kam irratti xiyyeeffatee ture? (“barsiisaa. . . lallabaa” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 4:23)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 5:31-48

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree Fakkeenya Taʼu ilaali.

  • Deddeebii Gaaffii JalqabaaViidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.03 31-32—Mata Duree: Seexanni Yommuu Yesuusiin Qore Qaamaan Gara Mana Qulqullummaatti Isa Geessee?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU