Amajjii 11-17
LEEWWOTA 20-21
Faarfannaa 80 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 21:5—Seerri Waaqayyoo qaama ofii miidhuu kan dhowwu maaliifi? (it-1-E 563)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 20:1-13 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kadhannaa—1Yo 5:14 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Misiraachoo jedhamu kenniifiitii barumsa 12ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Gaaʼela Keessaniif Eegumsa Godhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Seerawwan Dorgommichaatiif Ajajamuu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 1, boq. 3 key. 1-10, viidiyoo beeksisaa fi saanduqa 3A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 94 fi Kadhannaa