Amajjii 18-24
LEEWWOTA 22-23
Faarfannaa 86 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ayyaanonni Yeroo Murtaaʼetti Kabajaman Nuuf Hiika Akkamii Qabu?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 22:21, 22—Amanamummaan Yihowaadhaaf qabnu guutuu taʼuu kan qabu maaliifi? (w19.02 3 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 23:9-25 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barruu gaaffii nama haasofsiifamu sanaaf deebii kennu tokko kenni. (th qoʼannaa 13)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 9)
Haasaa: (Daq. 5) w07-AM 7/15 26—Mata Duree: Firiiwwan Jalqabaa Garbuu Gara Iddoo Qulqulluutti Fidaman kan Walitti Qabu Eenyu Ture? (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Walgaʼiiwwan Guguddaa Waggaa Waggaadhaan Godhannu Carraa Jaalala Itti Argisiisnu Nuuf Banu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Jaalalli Matumaa hin Badu”! Walgaʼiiwwan Biyyoolessaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 3 key. 11-20
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 9 fi Kadhannaa