Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ayyaanonni Yeroo Murtaaʼetti Kabajaman Nuuf Hiika Akkamii Qabu?

Ayyaanonni Yeroo Murtaaʼetti Kabajaman Nuuf Hiika Akkamii Qabu?

Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Maxinoo (Lew 23:5, 6; it-1-E 826-827)

Ayyaana Torbeewwanii (Phenxeqosxee) (Lew 23:15, 16; it-2-E 598 key. 2)

Ayyaana Daasii (Lew 23:34; w14 5/15 29 key. 11)

Ayyaanonni Yihudoonni bara durii kabajaa turan hiika akkamii akka qabanii fi waadaawwan Yihowaan gale akkamitti akka raawwataman yeroo xiinxallu ‘baayʼee gammanna.’—Kes 16:15.