Amajjii 25-31
LEEWWOTA 24-25
Faarfannaa 144 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Waggaa Iyyobeeliyyuu fi Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 24:20—Dubbiin Waaqayyoo haaloo baʼuu ni jajjabeessaa? (w09-AM 9/1 22 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 24:1-23 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼiiwwan gumii kenniif; achiis viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (th qoʼannaa 11)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 12 key. 6-7 (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
“Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu—Waaqayyoo fi Kiristoosiif Galanni haa Gaʼu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yommuu Qilleensi Jabaan Isinitti Dhihaatu Yesus Irraa Ija hin Buqqifatinaa!—Eebbawwan Mootummichaa Gara Fuulduraatti Eeggannu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 3 key. 21-30
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 104 fi Kadhannaa