Amajjii 4-10
LEEWWOTA 18-19
Faarfannaa 122 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼaa Jiraadhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 19:9, 10—Seerri kun Waaqayyo hiyyeeyyiidhaaf akka yaadu kan argisiisu akkamitti? (w06 7/1 6-7 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 18:1-15 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kadhannaa—Fr 65:2 taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Haasaa: (Daq. 5) w02-AM 2/1 29—Mata Duree: Kiristiyaanonni Yeroo Harʼaa Jiran Seerawwan Gaaʼela Firoottan Gidduutti Raawwatamu Ilaalchisee Seera Musee Keessatti Kennaman Hundumaa Eeguu Qabuu? (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Ijoollee Keessan Eegaa: (Daq. 5) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis barumsa viidiyicha irraa argannu addeessi.—Fak 22:3.
“Warra kan Taatan, Wanta Beekuun Isaan Barbaachisu Ijoollee Keessaan Barsiisaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa—Ijoollee Keessan “Wanta Hamaa” Irraa Eegaa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 2 key 28-31, saanduqa 2A fi 2B
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 96 fi Kadhannaa