Guraandhala 1-7
LEEWWOTA 26-27
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lew 26:16—Yihowaan Israaʼeliin dhukkubaan kan adabe akkamitti? (it-2-E 617)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 26:18-33 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 6)
Haasaa: (Daq. 5) w09-AM 8/1 30—Mata Duree: Buusii Hammamin Gochuu Qaba? (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaa Tajaajiluu Filadhu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Daandii Gara Cuuphaatti Geessu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 4 key. 1-9, viidiyoo seensaa fi saanduqa 4A
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 2 fi Kadhannaa