Guraandhala 15-21
LAKKOOFSA 3-4
Faarfannaa 99 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Tajaajila Leewwotaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 4:15—Waaqayyoon akka sodaannu karaan itti argisiisnu tokko maali dha? (w06 8/1 24 key. 13)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 4:34-49 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 12 key. 8 (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Xalayaa gabaasa tajaajilaa waggaa waajjira damee irraa ergame erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatanii fi dursitee qopheessiteef gaafannoo godhi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr kutaa 2, boq. 5 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 63 fi Kadhannaa