Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Tajaajila Leewwotaa

Tajaajila Leewwotaa

Yihowaan bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota fudhate (Lak 3:11-13; it-2-E 683 key. 3)

Leewwonni mirgawwan iddoo guddaa qaban argatanii turan (Lak 3:25, 26, 31, 36, 37; it-2-E 241)

Leewwonni umuriin isaanii waggaa 30 hanga 50 gidduu jiran yeroo guutuu tajaajilu turan (Lak 4:46-48; it-2-E 241)

Dhiironni sanyii Aaron taʼan tajaajila lubummaa raawwatu turan. Leewwonni kaan immoo isaan gargaaru turan. Haaluma wal fakkaatuun, gumii Kiristiyaanaa yeroo harʼaatti argamu keessatti, dhiironni muraasni itti gaafatamummaa guguddaa fudhatanii hojjetu; warri kaan immoo hojiiwwan barbaachisoo taʼan kaan hojjetu.