Guraandhala 22-28
LAKKOOFSA 5-6
Faarfannaa 81 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fakkeenya Naazrotaa Hordofuu kan Dandeessu Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 6:6, 7—Saamsoon reeffa bineensa ofiin ajjeesee erga tuqee booda iyyuu Naazricha taʼee itti fufuu kan dandaʼe akkamitti? (w05-AM 1/15 30 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 5:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)
Haasaa: (Daq. 5) w06-AM 1/15 32—Mata Duree: Argama Arikiʼoloojii Kitaabni Qulqulluun Sirrii Taʼuu Isaa Mirkaneessu. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jiʼa Bitootessaa Yookiin Eblaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.
Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa, Guraandhala 27 Jalqaba: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan affeerri hundumaaf akka hiramu godhiitii gabaabsaa irratti mariʼadhaa. Qophii gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf godhe dubbadhu. Viidiyoo maree fakkeenya taʼu taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota akkana jedhi gaafadhu: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu taphachiisuu kan qabnu yoomi? Namni tokko fedhii akka qabu akkamitti beekuu dandeenya?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 5 key. 9-16
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 36 fi Kadhannaa