Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fakkeenya Naazrotaa Hordofuu kan Dandeessu Akkamitti?

Fakkeenya Naazrotaa Hordofuu kan Dandeessu Akkamitti?

Naazronni fedhii ofii aarsaa godhu turan (Lak 6:2-4; it-2-E 477)

Naazronni wanta Yihowaan barbaadu godhu turan (Lak 6:5)

Naazronni Yihowaa duratti qulqulluu taʼanii jiraachuu qabu turan (Lak 6:6, 7)

Tajaajiltoonni yeroo guutuu bara keenyatti argaman fedhii ofii aarsaa gochuudhaan Yihowaa fi qophiiwwan isaatiif bitamu.