Guraandhala 8-14
LAKKOOFSA 1-2
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 1:2, 3—Uummanni Israaʼel kan lakkaaʼamu maaliif ture? (it-2-E 764)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 1:1-19 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu affeeri; viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis maree keessan wanta nama haasofsiistu yaaddessuu wajjin akka wal simu godhi; caqasa wajjin deemu dubbisiif. (th qoʼannaa 12)
Haasaa: (Daq. 5) w08-AM 7/1 21—Mata Duree: Gosoonni Israaʼel 13 Taʼanii Utuu Jiranii Kitaabni Qulqulluun 12 Akka Taʼanitti kan Dubbatu Maaliifi? (th qoʼannaa 7)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Nama Hundumaaf Lallabuuf Gurmaaʼuu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Afaan Biyya Alaatiin Lallabuu jedhamu taphachiisi. Qabiyyeewwan appilikeeshiniin JW Language® jedhamu qabu tokko tokko maalfaa akka taʼan yaada akka kennan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 4 key. 10-17
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 1 fi Kadhannaa