BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Lakkoofsaa jedhamu taphachiisi.]
Israaʼelonni akka garee garee isaanii isa gosa sadi sadiin hirametti buufatan (Lak 1:52, 53; w94-AM 12/1 9 key. 4)
Lakkoofsi namoota buufata Israaʼel keessa turanii walumaa galatti 3,000,000 ykn isaa ol taʼuu dandaʼa (Lak 2:32, 33; it-1-E 397 key. 4)
Yihowaan sabni isaa haala gurmaaʼina qabuun akka isa waaqeffatan barbaada. Haalli Israaʼel durii keessa tures taʼe, haalli bara keenya jiru kun dhugaa taʼuu isaa argisiisa.—1Qo 14:33, 40.
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jaarmiyaa Yihowaa guutummaatti akkan deggeru argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’