Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Dhugaa Baʼuu *

Gaaffii: Waaqayyo dhuunfaatti akka nuuf yaadu akkamitti beekna?

Caqasa: Mat 10:29-31

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo rakkina yeroo ammaa jiru akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA:

Deddeebii Gaaffii *

Gaaffii: Waaqayyo rakkina yeroo ammaa jiru akka dandamannu kan nu gargaaru akkamitti?

Caqasa: Er 29:11

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun nu qajeelchuu kan dandaʼu akkamitti?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA:

^ key. 3 ^ key. 9 Gaaffii fi yeroo itti aanuuf isa jedhu akka naannoo keessaniif taʼutti jijjiiruu dandeessu.