Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa

Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa

Miikiyaas haadha isaa jalaa maallaqa hateera (Abo 17:1, 2)

Miikiyaas waaqa tolfama waaqeffateera; akkasumas godoo qulqulluu Yihowaa fi sirna lubummaatiif kabaja akka hin qabne argisiiseera (Abo 17:4, 5, 12; it-2-E 390-391)

Dhuma irratti Miikiyaas harka duwwaa hafeera (Abo 18:24-26; it-2-E 391 key. 2)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaadhaaf ajajamuun kan na fayyade akkamitti?’