Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa

Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa

Israaʼelonni irra deddeebiʼanii qajeelfama Yihowaa gaafataniiru (Abo 20:17, 18, 23; w11 9/15 32 key. 2)

Israaʼeloonni maqaa isaa arrabsoo irraa qulqulleessuu irratti akka isaan gargaaru yeroo booda guutummaatti Yihowaatti amanamaniiru (Abo 20:26-28)

Qajeelfama Yihowaa barbaaduu fi guutummaatti isatti amanamuu keenya itti fufuu qabna (Abo 20:35; Luq 11:9; w11 9/15 32 key. 4)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yommuu qorumsi na mudatu dafeen gara Yihowaatti garagalaa? Ogummaa fi qajeelfama isaa argachuuf irra deddeebiʼee nan kadhadhaa?’