BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Jaalala Amanamaa Hordofaa
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Ruut jedhamu tapachisi.]
Naaʼomiin Oorfaa fi Ruut gara Moʼaabitti akka deebiʼan isaan jajjabeessite (Rut 1:8-13; w16.02 14 key. 5)
Ruut Naaʼomiis taʼe Yihowaa dhiistee deemuu diddeetti (Rut 1:16, 17; w16.02 14 key. 6)
Jaalalli amanamaan kutannoo, amanamummaa fi walitti dhufeenya cimaa irratti hundaaʼa. Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamootti jaalala amanamaa argisiiseera. (Fr 63:3) Nutis warra kaanitti jaalala amanama argisiisuu qabna.—Fak 21:21.