Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gantummaan Baayʼee Jibbisiisaa Dha!

Gantummaan Baayʼee Jibbisiisaa Dha!

Deliilaan qarshiidhaaf jettee Saamsoniin ganteetti (Abo 16:4, 5; w12 4/15 9 key. 4)

Deliilaan hanga Saamson iccitii isaa ishiitti himuutti garmalee isa dhiphisteetti (Abo 16:15-18; w05-AM 1/15 27 key. 4)

Kiristiyaanonni maatii keessattis taʼe gumii keessatti amanamoo taʼuu qabu (1Ta 2:10; w12 4/15 11-12 key. 15-16)

Yihowaan namoota amanamoo taʼanii jiraatan ni eebbisa.—Fr 18:25, 26.