Amajjii 31–Guraandhala 6
RUUT 3-4
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Maqaa Gaarii Qabaadhaa, Akkasumas Eeggadhaa Itti Fufaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Rut 4:6—Namni tokko fira isaa rakkate furuun isaa dhaala isaa isa “dhabsiisuu” kan dandaʼu akkamitti? (w05-AM 3/1 29 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Rut 4:7-22 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoonni Keessan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Gargaaraa jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 qabxii 4 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 19 key. 16-21 fi saanduqa 19B
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 144 fi Kadhannaa