Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Maqaa Gaarii Qabaadhaa, Akkasumas Eeggadhaa Itti Fufaa

Maqaa Gaarii Qabaadhaa, Akkasumas Eeggadhaa Itti Fufaa

Ruut wanta warra kaan gargaaru raawwatteetti (Rut 3:10; w12-AM 10/1 22 key. 5)

Ruut “dubartii baʼeettii” taʼuudhaan beekamti turte (Rut 3:11; w12-AM 10/1 23 key. 1)

Yihowaan amalawwan gaggaarii Ruut qabdu ilaaleera, akkasumas ishii eebbiseera (Rut 4:11-13; w12-AM 10/1 24 key. 3)

Amaloota gaggaarii ittiin beekamuu barbaaddu tokko tokko barreessi.