Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 28–Bitootessa 6

1 SAAMUʼEL 9-11

Guraandhala 28–Bitootessa 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 9:9—Yaanni “namni yeroo harʼaatti raajii jedhamu, bara duriitti nama mulʼata argu jedhama ture” jedhu maal argisiisa? (w05-AM 3/15 22 key. 8)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 9:1-10 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 37

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Gabaasa tajaajilaa waggaa ilaalchisee beeksisa waajjira damee irraa ergame erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatan dursii qopheessiitii gaafannoo godhiif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 21 key. 7-12

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa