Guraandhala 17-23
FAKKEENYA 1
Faarfannaa 88 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Dargaggootaa—Eenyuun Dhagaʼuu Qabdu?
(Daq. 10)
[VIIDIYOO Beeksisa Kitaaba Fakkeenyaa jedhamu taphachiisi.]
Ogeessa taʼi, akkasumas warra kee dhagaʼi (Fak 1:8; w17.11 29 key. 16-17; fakkii ilaali)
Namoota wanta gaarii hin taane hojjetan hin dhaggeeffatin (Fak 1:10, 15; w05-AM 2/15 19-20 key. 11-12)
2. Albuuda Hafuuraa
(Daq. 10)
-
Fak 1:22—Kitaaba Qulqulluu keessatti jechoonni “gowwaa” fi “gowwoota” jedhan eenyuunfaa argisiisuuf itti hojjetaman? (it-1-E 846)
-
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fak 1:1-23 (th qoʼannaa 10)
4. Maree Jalqabuu
(Daq. 2) TAJAAJILA ADDABABAYII. Namni haasofsiistu si falmuu barbaada. (lmd barumsa 6 qabxii 5)
5. Maree Jalqabuu
(Daq. 2) TAJAAJILA ADDABABAYII. Nama fedhii qabuu fi haasofsiistuu wajjin teessoo wal jijjiiraa. (lmd barumsa 1 qabxii 5)
6. Hordofii Gargaari
(Daq. 2) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHAUGAA BAʼUU. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (lmd barumsa 9 qabxii 5)
7. Barattoota Gochuu
(Daq. 5) lff barumsa 16 qabxii 6. Barataa Dinqiin Yesuus raawwate dhugaa taʼuusaa shakku tokko gargaaruuf mata duree kutaa “Qorannoo Dabalataa Godhi” jedhu keessa jiru tokko fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Faarfannaa 89
8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 22 key. 15-21