Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 13-19

FAARFANNAA 135-137

Amajjii 13-19

Faarfannaa 2 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. “Gooftaan Keenya Waaqolii Kaan Hundumaa Caalaa Guddaa[dha]”

(Daq. 10)

Yihowaan uumamawwan hundumaarratti aangoo akka qabu argisiiseera (Fr 135:5, 6; it-2-E 661 key. 4-5)

Yihowaan saba isaa ni oolcha (Bau 14:29-31; Fr 135:14)

Yihowaan yeroo abdii kutannu nu gargaara (Fr. 136:23; w21.11 6 key. 16)

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fr 135:1, 5—Maqaa gabaabaan “Yaah” jedhu Kitaaba Qulqulluu keessatti siʼa hedduu kan itti hojjetame maaliifi? (it-1-E 1248)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama fedhii qabu tokkoo wajjin teessoo wal jijjiiraa. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiiste walgaʼiirratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Hojiin argisiisa. ijwfq 7—Mata duree: Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa? (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 10

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 90 fi Kadhannaa