Amajjii 1-7
IYYOOB 32-33
Faarfannaa 102 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Warra Dhiphatan Jajjabeessaa
(Daq. 10)
Warra kaan akka michoota keessaniitti ilaalaa (Iyo 33:1; it-1-E 710)
Miirasaanii hubachuuf yaalaa; isaanitti hin murteessinaa (Iyo 33:6, 7; w14 6/15 25 key. 8-10)
Akkuma Eliihuun godhe dubbachuu keessan dura dhaggeeffadhaa, akkasumas irratti yaadaa (Iyo 33:8-12, 17; w20.03 23 key. 17-18; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Iyo 33:25—Caqasni kun yommuu dulloomaa deemnu, bifa qabaannuuf ilaalcha sirrii qabaachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w13 1/15 19 key. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Iyo 32:1-22 (th qoʼannaa 12)
4. Fedhii Namootaatiif Xiyyeeffannaa Kenni—Yesuus Maal Godhe?
(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi, achiis birooshura lmd barumsa 1 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.
5. Fedhii Namootaatiif Xiyyeeffannaa Kenni—Fakkeenya Yesuus Hordofi
(Daq. 8) Birooshura lmd jedhamu irraa barumsa 1 qabxii 3-5 fi kutaa “Caqasoota Kanas Ilaali” jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 116
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)