Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guraandhala 5-11

FAARFANNAA 1-4

Guraandhala 5-11

Faarfannaa 150 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Mootummaa Waaqayyoo Cina Dhaabadhu

(Daq. 10)

[VIIDIYOO Beeksisa Kitaaba Faarfannaa jedhamu taphachiisi.]

Mootummoonni namootaa diina Mootummaa Waaqayyoo of godhaniiru (Fr 2:2; w21.09 15 key. 8)

Yihowaan namoonni hundi Mootummaa isaa akka deggeran ykn akka hin deggerre akka argisiisaniif yeroo muraasa isaaniif kenneera (Fr 2:10-12)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Rakkina kan narraan geessisu yoo taʼellee, dhimmoota siyaasaa addunyaa kanaa kamirraayyuu walaba taʼee jiraachuuf murteesseeraa?’—w16.04 29 key. 11.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 1:4—Hamoonni akka “habaqii bubbeen fudhatee deemuu” kan taʼan akkamitti? (it-1-E 425)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Mariin Keessan Ofuma Isaatiin Akka Itti Fufu Godhi—Filiphoos Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis, lmd barumsa 2 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.

5. Mariin Keessan Ofuma Isaatiin Akka Itti Fufu Godhi—Fakkeenya Filiphoos hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 2 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” kutaa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 32

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 61 fi Kadhannaa