Ayyaanni Yaadannoo duʼa Kiristos Jarman keessatti yommuu kabajamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Bitootessa 2016

Ittiin Lixa

Yaada barruulee Masaraa Eegumsaa fi waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo 2016 raabsuuf gargaaru. Fakkeenya kennametti fayyadamii akkaataa dhiheenyaa qopheessi.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Asteer Yihowaa fi Saba Isaatiif Jecha Tarkaanfii Fudhatteetti

Lubbuu ishii balaadhaaf saaxiluudhaan Mordekaayi seera haaraa Yihudoota badiisa irraa oolchu akka baasuu isa gargaarteetti. (Asteer 6-10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Ittiin Lixa Barruu Mataa Kee Qopheeffadhu

Yaadawwan kanatti ittiin lixa Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! mataa kee qopheeffachuuf itti fayyadami

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Keessummoota Simadhaa

Ayyaana Yaadannoo irratti keessummootaa fi warra tajaajila dhaaban simachuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Iyoob Yeroo Qorametti Amanamummaa Isaa Eegeera

Yihowaan jireenya isaa keessatti bakka guddaa akka qabu argisiiseera. (Iyoob 1-5)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Iyoob Inni Amanamaan Dhiphina Isaa Ibse

Gaddi guddaanii fi abdii kutachuun ilaalcha Iyoob kan jijjiire taʼus, jaalalli inni Yihowaadhaaf qabu hin hirʼanne. (Iyoob 6-10)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Iyoob Abdii Duʼaa Kaʼuu Irratti Amantii Cimaa Qaba Ture

Yihowaan akkuma gufuu mukaa hiddi isaa latuu, duʼaa isa kaasuu akka dandaʼu beeka ture. (Iyoob 11-15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Abdii Duʼaa Kaʼuu Furichi Argamsiise

Furiin Yihowaan qopheesse abdiin duʼaa kaʼuu akka jiraatu godheera. Sirni awwaalaa hafee, namoota nu jalaa duʼanii fi jaallannu deebisnee simanna.