Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 14-20

Iyoob 1-5

Bitootessa 14-20
  • Faarfannaa 11 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: Fuula jalqabaa wp16.2tti—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)

  • Deddeebii Gaaffii: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: fg barumsa 2 key. 2-3 (Daq. 6 ykn isaa gad)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 41

  • Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa!: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jw.org Dhiibbaa Hiriyaa Damdamadhaa! jedhamu taphachiisi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jala ilaali.) Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Mana barumsaatti dhiibbaa akkamiitu ijoollee irra gaʼa? Dhugaa buʼuuraa Baʼuu 23:2 irra jiru hojii irra oolchuu kan dandaʼan akkamitti? Tarkaanfiiwwan arfan dhiibbaa hiriyaa damdamachuu fi amanamummaa isaanii eeguuf humna isaaniif kennan kam faʼi? Dargaggoonni, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 1 key. 1-13 (Daq. 30)

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 149 fi Kadhannaa