Bitootessa 13-19
ERMIYAAS 5-7
Faarfannaa 37 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan”: (Daq. 10)
Er 6:13-15—Ermiyaas cubbuu sabichaa saaxile (w88-E 4/1 11-12 key. 7-8)
Er 7:1-7—Yihowaan akka yaada geddaratan isaan kakaasuuf yaalee ture (w88-E 4/1 12 key. 9-10)
Er 7:8-15—Israaʼelonni Yihowaan tarkaanfii hin fudhatu jedhanii amanu turan (jr-E 21 key. 12)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Er 6:16—Yihowaan sabni isaa maal akka raawwatu ajaje? (w05-AM 11/1 23 key. 11)
Er 6:22, 23—Sabni tokko “biyya gara bitaatii in dhufa” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w88-E 4/1 13 key. 15)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 5:26–6:5
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-36—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-36—“Qabxiiwwan Irratti Yaadamuu Qaban” jedhu irratti mariʼadhaa. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 1—Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?—Akkamitti Itti Fayyadamna?”: (Daq. 15) Mata duricha irratti daqiiqaa shaniif mariʼachuudhaan jalqabi. Sana booda, viidiyoo barataa Kitaaba Qulqulluu tokkoo wajjin barumsa 8ffaa birooshurichaa irratti mariʼachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni nama qoʼachiisan qaban hundi, xumura qoʼannaa hundaa irratti akka itti gargaaraman jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 2 key. 35-40 saanduqa ful. 29 irra jiruu fi “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?” chaartii “Mootummaan Waaqayyoo Bulchiinsa Dhugumaan Jirudha” jedhuu fi ful. 30-31irra jiru, akkasumas chaartii “Dhalachuu Mootummichaatiif Qophaaʼuu” jedhuu fi ful. 32-33 irra jiru
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 60 fi Kadhannaa