Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 5-7

Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan

Fedha Waaqayyoo Raawwachuu Dhiisan

7:1-4, 8-10, 15

  • Ermiyaas cubbuu fi fakkeessitummaa Israaʼelootaa ija jabinaan saaxileera

  • Israaʼeloonni manni qulqullummaa humna addaa dinqiidhaan isaan oolchu akka qabu isaanitti dhagaʼama ture

  • Yihowaan, aarsaan fakkeessuuf dhihaatu amalli sirrii hin taane fudhatama akka qabaatu akka hin goone beeksise

Akkana jedhii of gaafadhu: Waaqeffannaan koo fedha Yihowaa wajjin kan wal simu malee, fakkeessuuf qofa akka hin taane argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

Ermiyaas karra mana Yihowaa fuuldura dhaabatee