Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 8-11

Ilmaan Namootaa Milkaaʼina Argachuu kan Dandaʼan Qajeelfama Yihowaa yoo Hordofan Qofa Dha

Ilmaan Namootaa Milkaaʼina Argachuu kan Dandaʼan Qajeelfama Yihowaa yoo Hordofan Qofa Dha

Ilmaan namootaa dandeettiis taʼe mirga ofiin of bulchuu hin qaban

10:21-23

  • Tiksitoonni hafuuraa Israaʼel qajeelfama Yihowaa utuu hin gaafatin waan hafaniif sabichi ni bittinnaaʼe

  • Namoonni qajeelfama Yihowaa hordofan nagaa, gammachuu fi badhaadhina argatu