Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 12-18

MAATEWOS 22-23

Bitootessa 12-18
  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu”: (Daq. 10)

    • Mat 22:36-38—Caqasoonni kun Seericha keessatti ajaja isa guddaa fi isa duraa taʼeef ajajamuun maalfaa akka dabalatu kan ibsan akkamitti? (“garaa,” “lubbuu,” “sammuu” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 22:37)

    • Mat 22:39—Seericha keessatti ajajni guddaan lammaffaa irratti caqasame isa kami dha? (“inni lammataa,” “nama” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 22:39)

    • Mat 22:40—Kitaabni Qulqulluun Afaan Ibrootaa guutummaan isaa jaalala irratti kan hundaaʼe dha (“Guutummaan Seerichaa fi Raajonni” “kan hundaaʼan” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 22:40)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 22:21—‘Wanti kan Qeesaar taʼee’ fi ‘wanti kan Waaqayyoo taʼe’ maali dha? (“wanta kan Qeesaar taʼe,” “wanta kan Waaqayyoo taʼe” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Mat 23:24—Jechoonni Yesuus caqasa kana irratti ibsaman hiika maalii qabu? (“bookee calaltanii baastu; gaala garuu ni liqimsitu!” nwtsty qabxii qoʼannaa Mat 23:24)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 22:1-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii JalqabaaViidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 199 key. 8-9—Barsiisaan, barataa isaa namoota beeku Ayyaana Yaadannoo irratti akka argaman akka afeeru isa jajjabeessa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU