Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 22-23

Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu

Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu

22:36-39

Yaada Maatewos 22:36-39 irra jirutti fayyadamuudhaan barbaachisummaa walgaʼii Kiristiyaanaa irratti argamuu duraa duubaan kaaʼi:

  • Jajjabina argachuuf

  • Obboloota keenya jajjabeessuuf

  • Yihowaa waaqeffachuu fi jaalala isaaf qabnu argisiisuuf

Yommuu dadhabnuu fi faayidaan walgaʼii irratti argamuun nuuf argamsiisu xinnoo akka taʼe nutti dhagaʼamutti illee, walgaʼii irratti argamuuf carraaqqii gochuu kan qabnu maaliifi?

Karaawwan ajajawwan guguddaa lamaaniif akka ajajamnu argisiisuu itti dandeenyu kan biroon kamfaʼi?