Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 19-25

MAATEWOS 24

Bitootessa 19-25

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu”: (Daq. 10)

    • Mat 24:12—Hamminni dabalaa waan deemuuf jaalalli namootaa qabbanaaʼaa deema (it-2-E 279 key. 6)

    • Mat 24:39—Sochiin jireenya guyyaa guyyaa baramaa taʼe illee, namoota tokko tokkotti yaaddoo cimaa taʼuudhaan xiyyeeffannaan isaanii akka hihhiramu godheera (w99-AM 11/15 19 key. 5)

    • Mat 24:44—Gooftichi saʼaatii ni dhufa jedhamee hin yaadamnetti dhufa (jy 259 key. 5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 24:8—Wanti Yesuus dubbate maal kan argisiisu taʼuu dandaʼa? (“jalqaba ciniinsuu” nwtsty qabxii qoʼannaa Mat 24:8)

    • Mat 24:20—Yesuus kana kan dubbate maaliifi? (“yeroo gannaatti,” “guyyaa Sanbataatti” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 24:20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 24:1-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni ati jalqaba haasofsiiste mana hin jiru; garuu firri isaa tokko balbala siif bane.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphaciisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU