Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 24

Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu

Guyyoota Dhumaatti Karaa Hafuuraa Dammaqoo Taʼanii Jiraachuu

24:39

Namoonni yeroo harʼaatti jiran hedduun sochii baramaan guyyaa guyyaadhaan godhan, yeroo dhimmoota hafuuraatiif ramadan akka isaan jalaa fudhatu heyyamaniiru. Kiristiyaanonni karaa hafuuraa dammaqoo taʼan, ilaalcha wantoota armaan gadiitiif qabaniin namoota addunyaa irraa adda kan taʼan akkamitti?

  • Barumsa

  • Bashannana

  • Hojii

  • Qabeenya