Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 26–Ebla 1

MAATEWOS 25

Bitootessa 26–Ebla 1

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Dammaqaa Eegaa”: (Daq. 10)

    • Mat 25:1-6—Durboonni abshaalonni shanii fi durboonni gowwoonni shan dhirsa misirroo simachuuf gad baʼan

    • Mat 25:7-10—Dhirsi misirroo yommuu dhufu durboonni gowwoonni sun hin turre

    • Mat 25:11, 12—Afeerraa cidhaa sanatti akka seenan kan isaaniif heyyamame durboota abshaalota qofa turan

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 25:31-33—Fakkeenyi waaʼee hoolotaa fi reʼootaa dubbatu hiika maalii akka qabu ibsi. (w15 3/15 27 key. 7)

    • Mat 25:40—Obboloota Kiristoosiif michoota akka taane argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (w09 10/15 16 key. 16-18)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 25:1-23

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun Ayyaana Yaadannoo irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu, achiis barreeffama qoʼannaa kenniif.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w15 3/15 27 key. 7-10—Mata duree: Fakkeenyi Waaʼee Hoolotaa fi Reʼootaa Dubbatu Barbaachisummaa Hojii Lallabaa kan Addeessu Akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU