Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 5-11

MAATEWOS 20-21

Bitootessa 5-11
  • Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Isin Keessaa Guddaa Taʼuu kan Barbaadu Hundi, Tajaajilaa Keessan haa Taʼu”: (Daq. 10)

    • Mat 20:3—Barreessitoonni seeraa fi Fariisonni of tuuloo taʼan, ‘bakka gabaatti’ of argisiisuu fi nagaa gaafatamuu jaallatu (“Bakka Gabaa” nwtsty miidiyaa Mat 20:3)

    • Mat 20:20, 21—Ergamoonni lama ulfina guddaa fi aangoo argachuuf gaafatanii turan (“haati manaa Zabdewoos ilmaan ishii,” “inni tokko karaa mirga kee, inni tokko immoo karaa bitaa kee” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:20, 21)

    • Mat 20:25-28—Yesuus duuka buutonni isaa tajaajiltoota gad of qaboo taʼuu akka qaban ibseera (“tajaajilaa,” “warra kaan tajaajiluu . . . dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin dhufne” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:26, 28)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 21:9—Namoonni hedduun sun sagalee guddaadhaan, “Ilma Daawit akka oolchitu si kadhanna!” yeroo jedhan maal jechuu isaanii ture? (“akka oolchitu si kadhanna!” “Ilma Daawit” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 21:9)

    • Mat 21:18, 19—Yesuus mukti harbuun tokko akka gogdu kan godhe maaliifi? (jy 244 key. 4-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 20:1-19

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa BaʼuuViidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 36-37 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU