Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Duula Waraqaa Afeerrii Ayyaana Yaadannoo (Bitootessa 3-31): Ayyaana adda taʼe tokko irratti akka argamtu si afeeruu barbaanna. Waraqaan afeerrii kun kan kee ti. Sanbadduraa, Bitootessa 22, 2010 (Bitootessa 31, 2018) namoonni addunyaa maratti argamanii fi miliyonaan lakkaaʼaman, duʼa Yesuus Kiristoos kabajuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun naannoo keenyatti itti geggeeffamu qabateera. Kana malees, haasaa mata dureen isaa “Yesuus Kiristoos Eenyu?” jedhuu fi ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si afeerra.

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Furiin maal raawwata?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Furiin maal raawwata?

Caqasa: Rom 6:23

Yeroo Itti Aanuuf: Dinqisiifannaa furichaaf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?