Afriikaa Kibbaatti nama Kitaaba Qulqulluu qoʼatu gargaaruuf viidiyootti fayyadamuu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Bitootessa 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi kaayyoo Waaqayyo namootaaf qabu ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Yeroo namni tokko jalʼina nu irratti raawwatu, jaalalli Kiristiyaanummaa maal akka goonu nu irraa barbaada?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa

Yihowaan karaa Dubbii isaa nu jajjabeessa, jabaannee akka dhaabannus nu gargaara.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ati Nama Foonii ti Moo Nama Hafuuraa Ti?

Hundi keenya nama hafuuraa taʼuu fi hariiroo Waaqayyoo wajjin qabnu guddifachuu keenya itti fufuu nu barbaachisa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Xalayaa Gaarii Barreessuu

Nama hin beekne tokkoof xalayaa yommuu barreessinutti wantoonni yaadatti qabachuu qabnu tokko tokko kamfaʼi?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Xalayaa Akka Fakkeenyaatti Dhihaate

Xalayaa kee akka kaayyoo, haala fi aadaa naannoo sanaatti jijijjiiruu dandeessa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Raacitii Xinnoon Guutummaa Bukichaa ni Bukeessa’

Gumiitii baasuun jaalala kan argisiisu akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa

Namoota Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistan barsiisuuf viidiyoowwanitti akka gaariitti fayyadamaa jirtuu?