Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 15-16

Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa

Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa

15:4-7

Karaawwan Yihowaan itti nu jajjabeessuu fi nu gargaaru keessaa tokko Dubbii isaa ti. Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu armaan gadiitti argaman kun kan si jajjabeessan akkamitti?

  • Noh

  • Yoseef

  • Daawit