Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 25-31

1 QORONTOS 4-6

Bitootessa 25-31

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Raacitii Xinnoon Guutummaa Bukichaa ni Bukeessa”: (Daq. 10)

    • 1Qo 5:1, 2—Obboloonni gumii Qorontos nama cubbuu hojjechaa turee fi yaada geddarachuu dide callisanii ilaalanii turan

    • 1Qo 5:5-8, 13—Phaawulos gumichi “raacitii” sana of gidduudhaa akka baasuu fi nama cubbuu raawwate sana Seexanatti dabarsee akka kennu isatti himeera (it-2-E 230, 869-870)

    • 1Qo 5:9-11—Gumichi namoota dogoggora hojjetanii qalbii geddarachuu didanii wajjin hariiroo qabaachuu hin qabu (lv ful. 34-35 key.19)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Qo 4:9—Tajaajiltoonni Waaqayyoo lafa irra jiran, maleekotaaf “akka taatota waltajjii irra jiranii” kan taʼan akkamitti? (w09 5/15 24 key. 16)

    • 1Qo 6:3—Phaawulos ‘nuti maleekota irratti illee ni murteessina’ jedhee yeroo barreessu maal ibsuu isaa taʼuu dandaʼa? (it-2-E 211)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 6:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU