Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Yesuus eenyu ture?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Aarsaa furii Yesuus kaffale akka dinqisiifannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Aarsaa furii Yesuus kaffale akka dinqisiifannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Yoh 17:3

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

DUULA WARAQAA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 14–Ebla 7):

“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi ayyaana yaadannoo duʼa Yesuusi dha.” Achiis waraqaa affeerrii nama sanaaf kenni. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera. Kana malees, haasaa ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?