Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bitootessa 16-22

UUMAMA 25-26

Bitootessa 16-22

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Esaawu Mirga Angafummaa Isaa Gurgure”: (Daq. 10)

    • Uma 25:27, 28—Esaawuu fi Yaaqoob warri lakkuu taʼan amalaa fi filannoo hojii isaaniitiin garaa gara dha (it-1-E 1242)

    • Uma 25:29, 30—Esaawuu, beellii fi dadhabbiin akka isa toʼatu heyyameera

    • Uma 25:31-34—Esaawuu inni dinqisiifannaa hin qabne ariitiidhaan mirga angafummaa isaa nyaataan gurgureera (w19.02 16 key. 11; it-1-E 835)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 25:31-34—Seenaan kun hiddi dhalootaa gara Masiihichaatti geessu mirga angafummaa wajjin kan wal hin qabanne akka taʼe kan argisiise akkamitti? (Ibr 12:16; w17.12 15 key. 5-7)

    • Uma 26:7—Yisihaaq caqasa kana irratti Ribqaan haadha manaa isaa akka taate kan hin dubbanne maaliifi? (it-2-E 245 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 26:1-18 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan kana gaafadhu: Namni haasofsiifnu deebii gaaffii keenyaa yeroo wallaalutti isa qaanessuu irraa of eeggachuu kan dandeenyu akkamitti? Babalʼisaan kun namni haasofsiifamu Maatewos 20:28 akka hubatu kan isa gargaare akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis Kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu kenni. (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU